SBS Afaan Oromoo copertina

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Di: SBS
Ascolta gratuitamente

Offerte di stagione | 0,99 €/mese per i primi 3 mesi

A seguire 9,99 €/mese – si applicano condizioni. Puoi disdire mensilmente.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politica e governo
  • How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia
    Oct 12 2026
    How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas Yarra River, jedhamuun beekamuu yaadni tokko akkamitti akka wixinee seera ta'ee, paarlaamaa Victoria keessa dabree eyyama moototaa akka argatu, kunis eeyyama sirna seeraa kan isa taasisu.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    Mostra di più Mostra meno
    10 min
  • Why power is split, and how that protects you | How Australia Works - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-
    Oct 5 2026
    After receiving a fine for not wearing his motorbike helmet correctly, Hugo decides to have the matter heard in court. His story explains how Parliament, government and the courts have different roles, and how some official decisions can be questioned. - Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi mana murtiitti akka ilaalamu iyyate. Seenaan isaa akkamitti paarlaamaan, mootummaan fi manneen murtii gahee adda addaa akka qaban fi murtiwwan seera qabeessa tahan tokko tokko akkamitti gaaffii keessa galuu akka danda'an ibsa.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    Mostra di più Mostra meno
    6 min
  • Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026
    Sep 30 2026
    Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.
    Mostra di più Mostra meno
    10 min
adbl_web_anon_alc_button_suppression_t1
Ancora nessuna recensione